Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

37 Ammas hojiin isaa hundinuu dhugaadhaan, karaan isaas qajeelaa waan ta'eef, warra adeemii isaaniitiin of gurguddisan immoo gad deebisuu waan danda'uuf, ani Nebukadnezaar mootii isa waaqa irraa nan jajadha, ulfinaa fi guddinas nan kennaaf!>> jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

37 Sababii wanni inni hojjetu hundi dhugaa, karaan isaa hundinuus qajeelaa taʼeef ani Nebukadnezar, Mooticha samii sana nan jajadha; isa nan leellisa; ulfinas nan kennaaf. Inni warra of tuulan gad deebisuu dandaʼaatii.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

37 ሰበቢ ወን እን ሆጄቱ ሁንድ ዹጋ፣ ከራንሳ ሁንድኑስ ቀጄላ ተኤፍ አን ኔቡከድኔዘር፣ ሞትቸ ሰሚ ሰነ ነንጀጀዸ፤ እሰ ነንሌልሰ፤ ኡልፍነስ ነንኬናፍ። እን ወረ ኦፍ ቱለን ገድ ዴብሱ ደንደኣቲ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:37

Volg ons:

Advertensies


Advertensies