Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

35 Warri lafa irra jiraatan hundinuu waan tokkotti hin lakkaa'aman; inni macca bantii waaqaa keessatti, warra lafa irra jiraatan gidduuttis akkuma jaalala isaatti in hojjeta; harka isaa hojjechuu irraa kan ittisu, waan inni hojjetu kan gaafatus tokko illee hin jiru*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

35 Uummanni lafaa hundi wayittuu hin hedaman. Inni humnoota samii irratti, namoota lafaa irrattis, waanuma fedhe hojjeta. Namni harka isaa dhowwuu yookaan “Ati maal hojjechaa jirta?” jedhee isa gaafachuu dandaʼu tokko iyyuu hin jiru.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

35 ኡመትን ለፋ ሁንድ ወይቱ ህንሄደመን። እን ሁምኖተ ሰሚረት፣ ነሞተ ለፋረትስ፣ ዋኑመ ፌዼ ሆጄተ። ነምን ሀርከሳ ዾዉ ዮካን “አት ማል ሆጄቻ ጅርተ?” ጄዼ እሰ ጋፈቹ ደንደኡ ቶኮዩ ህንጅሩ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:35

Volg ons:

Advertensies


Advertensies