Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

34 <<Barri sun yommuu raawwatame immoo, ani Nebukadnezaar ol gara waaqaa nan ilaale; qalbiin koo anaaf deebi'ees maqaa isa hundumaa gara irraa jiru sanaa nan eebbise; inni mo'ee bara baraan waan mo'uuf, mootummaan isaas dhalootaa gara dhalootaatti darbee waan turuuf, ani isa bara baraan jirraatu nan jajadhe, ulfinas nan kenneef*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

34 Dhuma yeroon sanaatti, ani Nebukadnezar gara samii ol nan ilaale; qalbiin koos naa deebiʼe. Anis Waaqa Waan Hundaa Olii nan galateeffadhe; isa bara baraan jiraatus nan jajadhe; ulfinas nan kenneef. Bulchiinsi isaa bulchiinsa bara baraa ti; mootummaan isaas dhalootaa hamma dhalootaatti itti fufee dhaabata.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

34 ዹመ ዬሮን ሰናት፣ አን ኔቡከድኔዘር ገረ ሰሚ ኦል ነንእላሌ፤ ቀልቢንኮስ ና ዴብኤ። አንስ ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊ ነንገለቴፈዼ፤ እሰ በረ በራን ጅራቱስ ነንጀጀዼ፤ ኡልፍነስ ነንኬኔፍ። ቡልቺንስሳ ቡልቺንሰ በረ በራት፤ ሞቱማንሳስ ዸሎታ ሀመ ዸሎታት እት ፉፌ ዻበተ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:34

Volg ons:

Advertensies


Advertensies