Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

33 Yommusuma dubbichi Nebukadnezaar irratti in raawwatame; inni namoota gidduudhaa in baafame, akka sangaas marga in nyaate, hamma rifeensi isaa akka baallee joobiraa dhedheeratutti, qeensi isaas akka qeensa allaattii hamma ta'utti, dhagni isaa fixeensa waaqaraatiin tortoree ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

33 Yommusuma wanni waaʼee Nebukadnezar dubbatame sun ni raawwatame. Innis uummata keessaa ariʼamee akka loonii marga nyaate. Inni hamma rifeensi isaa akka baallee risaa guddatee qeensi isaa akka qeensa allaattii fakkaatutti dhagni isaa fixeensa samiitiin jiidhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

33 ዮሙሱመ ወን ዋኤ ኔቡከድኔዘር ዱበተሜ ሱን ንራወተሜ። እንስ ኡመተ ኬሳ አርአሜ አከ ሎኒ መርገ ኛቴ። እን ሀመ ርፌንስሳ አከ ባሌ ርሳ ጉደቴ ቄንስሳ አከ ቄንሰ አላቲ ፈካቱት ዸግንሳ ፍጤንሰ ሰሚቲን ጂዼ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:33

Volg ons:

Advertensies


Advertensies