Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Kanaaf yaa mootii, gorsi koo si biratti fudhatamaa haa ta'u! Wanta qajeelaa hojjechuudhaan cubbuu kee, warra gad qabamanitti oo'a argisiisuudhaanis yakka kee of irraa cabsi! Tarii gabiitti jiraachuun kee siif in dheerata ta'a!>> jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Kanaafuu yaa Mootii, gorsa koo fudhadhu: Waan qajeelaa hojjechuudhaan cubbuu kee of irraa haqi; hammina kees cunqurfamtootaaf garaa laafuudhaan of irraa balleessi; yoos barri jireenya keetii ni dheerataa.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 ከናፉ ያ ሞቲ፣ ጎርሰኮ ፉዸዹ፦ ዋን ቀጄላ ሆጄቹዻን ጩቡኬ ኦፍራ ሀቅ፤ ሀምነኬስ ጩንቁርፈምቶታፍ ገራ ላፉዻን ኦፍራ በሌስ፤ ዮስ በር ጅሬኘኬቲ ንዼረታ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:27

Volg ons:

Advertensies


Advertensies