Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

26 <<Akkuma gufuun hidda mukichaa lafa keessatti akka hafu abboomame immoo, inni bantii waaqaa keessa jiraatu si irratti akka mo'u yeroo bartuu jalqabee mootummaan kee siif deebi'ee akka dhaabatu hubatamaa dha.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

26 Ajajni akka gufuun muka sanaa hidda isaa wajjin hafuuf kenname sunis akka mootummaan kee yeroo ati ol aantummaan kan samii taʼe beektutti siif deebifamu argisiisa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

26 አጀጅን አከ ጉፉን ሙከ ሰና ህደሳ ወጅን ሀፉፍ ኬነሜ ሱንስ አከ ሞቱማንኬ ዬሮ አት ኦል ኣንቱማን ከን ሰሚ ተኤ ቤክቱት ሲፍ ዴብፈሙ አርግሲሰ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:26

Volg ons:

Advertensies


Advertensies