Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 baalli isaa nama in marara, iji isaa baay'ee ture, hundumaaf soora kan ta'us isatti ture, bineensonni bakkee isa jala taa'an, simbirroonni qilleensa keessa balali'anis damoota isaa irra buufatan;

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 kan baalli isaa bareedu, kan ija baayʼee qabu, kan iji isaa waan hundaaf nyaata taʼu, kan bineensotaaf gaaddisa, kan damee isaa irratti simbirroonni samii mandhee ijaarratan,

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 ከን ባልሳ በሬዱ፣ ከን እጀ ባይኤ ቀቡ፣ ከን እጅሳ ዋን ሁንዳፍ ኛተ ተኡ፣ ከን ብኔንሶታፍ ጋድሰ፣ ከን ደሜሳረት ስምብሮትን ሰሚ መንዼ እጃረተን፣

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:21

Volg ons:

Advertensies


Advertensies