Daaniʼel 4:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Milikkitootaa fi dinqiiwwan Waaqayyo inni hundumaa gara irraa jiru anaaf raawwate mul'isuun wanta ba'eessa anatti fakkaate; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Mallattoowwanii fi hojiiwwan dinqii kanneen Waaqni Waan Hundaa Olii naaf godhe isinitti himuun na gammachiisa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 መለቶወኒፊ ሆጂወን ድንቂ ከኔን ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ናፍ ጎዼ እስንት ህሙን ነ ገመቺሰ። Sien die hoofstuk |