Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 <<Abjuu kana ana Nebukadnezaar mootichatu arge; beektonni mootummaa koo keessa jiran hundinuu hiikaa isaa anatti beeksisuu hin dandeenye; ati garuu yaa Belxishaazaar, hafuurri waaqayyolii qulqullootaa si keessa waan jiruuf, in dandeessa; ammas ati hiikaa isaa anatti himi!>> naan jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 “Abjuun ani Nebukadnezar mootiin arge kanaa dha. Egaa yaa Beelxishaazaari waan namoota mootummaa kootii qaqqaroo keessaa tokko iyyuu naa hiikuu hin dandeenyeef abjuun sun maal akka taʼe natti himi. Ati garuu sababii hafuurri waaqota qulqulluu si keessa jiruuf ni dandeessa.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 “አብጁን አን ኔቡከድኔዘር ሞቲን አርጌ ከናዸ። ኤጋ ያ ቤልጥሻዛር ዋን ነሞተ ሞቱማኮቲ ቀቀሮ ኬሳ ቶኮዩ ና ሂኩ ህንደንዴኜፍ አብጁን ሱን ማል አከ ተኤ ነት ህም። አት ገሩ ሰበቢ ሀፉር ዋቆተ ቁልቁሉ ስ ኬሰ ጅሩፍ ንደንዴሰ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:18

Volg ons:

Advertensies


Advertensies