Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 innis sagalee guddaadhaan iyyee,<<Mukicha muraa, damoota isaas irraa kukkutaa, baala isaa irraa duguugaa, ija isaas bittimsaa! Bineensonni isa jalaa, simbirroonni damoota isaa irraas haa baqatan!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Innis sagalee guddaadhaan akkana jedhe: ‘Mukicha muraa; dameewwan isaa cicciraa; baala isaa harcaasaa; ija isaa bittinneessaa. Bineensonni isa jalaa, simbirroonnis dameewwan isaa irraa haa baqatani.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 እንስ ሰገሌ ጉዳዻን አከነ ጄዼ፦ ‘ሙክቸ ሙራ፤ ደሜወንሳ ጭጭራ፤ ባለሳ ሀርጫሳ፤ እጀሳ ብትኔሳ። ብኔንሶትን እሰ ጀላ፣ ስምብሮትንስ ደሜወንሳራ ሃበቀተን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:14

Volg ons:

Advertensies


Advertensies