Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 <<Utuun siree koo irra ciisee jiruu, mul'ata mataa koo keessa dhufe keessatti kunoo, ergamaan qulqullaa'aan dammaqee eegu tokko bantii waaqaa keessaa gad utuu bu'uu nan arge;

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 “Ani mulʼata utuun siree koo irra ciisee jiruu arge sana keessatti nan ilaale; fuula koo duras ergamaa qulqulluu samiidhaa gad buʼaa jiru tokkotu ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 “አን ሙልአተ ኡቱን ስሬኮረ ጪሴ ጅሩ አርጌ ሰነ ኬሰት ነንእላሌ፤ ፉለኮ ዱረስ ኤርገማ ቁልቁሉ ሰሚዻ ገድ ቡኣ ጅሩ ቶኮቱ ቱሬ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:13

Volg ons:

Advertensies


Advertensies