Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Kana irratti jarri hundinuu sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, sagalee mi'a garaa garaas akkuma dhaga'aniin, namoonni saba garaa garaa fi gosa garaa garaa keessaa dhufanii, afaan garaa garaa dubbatan bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame Nebukadnezaar mootichi dhaabeef gombifamanii sagadan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Kanaafuu namoonni, saboonnii fi namoonni afaan garaa garaa dubbatan hundi yommuu sagalee gaanfaa, ulullee, masiinqoo, kiraaraa, baganaa fi sirbaa hunda dhagaʼanitti addaan lafatti gombifamanii fakkii warqee kan Nebukadnezar Mootichi dhaabe sanaaf sagadan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ከናፉ ነሞትን፣ ሰቦትኒፊ ነሞትን አፋን ገራ ገራ ዱበተን ሁንድ ዮሙ ሰገሌ ጋንፋ፣ ኡሉሌ፣ መሲንቆ፣ ክራራ፣ በገናፊ ስርባ ሁንደ ዸገአንት አዳን ለፈት ጎምብፈመኒ ፈኪ ወርቄ ከን ኔቡከድኔዘር ሞትች ዻቤ ሰናፍ ሰገደን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:7

Volg ons:

Advertensies


Advertensies