Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, ulullee, sagalee mi'a garaa garaas yeroo dhageessan bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame Nebukadnezaar mootichi dhaabeef gombifamaatii sagadaa!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Isin akkuma sagalee gaanfaa, ulullee, masiinqoo, kiraaraa, baganaa, kan faaggaatii fi sirbaa dhageessaniin addaan lafatti gombifamtanii fakkii warqee kan Nebukadnezar Mootichi dhaabeef sagaduu qabdu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 እስን አኩመ ሰገሌ ጋንፋ፣ ኡሉሌ፣ መሲንቆ፣ ክራራ፣ በገና፣ ከን ፋጋቲፊ ስርባ ዸጌሰኒን አዳን ለፈት ጎምብፈምተኒ ፈኪ ወርቄ ከን ኔቡከድኔዘር ሞትች ዻቤፍ ሰገዱ ቀብዱ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:5

Volg ons:

Advertensies


Advertensies