Daaniʼel 3:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Mootichi kana booddee Shaadraak, Meshaak, Abed-Neegoodhaaf kutaa biyya Baabilonitti hojiin isaanii akka wal qixxaatuuf in godhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 Ergasii mootichi Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo kutaa biyyaa Baabilon irratti muude. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ኤርገሲ ሞትች ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ኩታ ብያ ባብሎንረት ሙዴ። Sien die hoofstuk |