Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

28 Kana irratti Nebukadnezaar,<<Waaqayyo inni kan Shaadraak, kan Meshaak, kan Abed-Neegoo ulfinaan haa jajamu! Inni ergamaa isaa ergee hojjetoota isaa kana oolcheera; hojjetoonni isaa kun isa waan amanataniif abboommii mootichaa homaatti hin lakkoofne; Waaqayyo isaanii malee waaqayyolii kan biraa akka hin waaqessine, isaaniif akka hin saganneefis dhagna isaanii gubamuutti dabarsanii kennan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

28 Kana irratti Nebukadnezar akkana jedhe; “Waaqa Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo isa ergamaa isaa ergee tajaajiltoota isaa baraareef galanni haa taʼu! Isaan isa amanatanii ajaja mootii didanii akka Waaqa isaanii malee waaqota biraa hin tajaajille yookaan hin waaqeffanne lubbuu isaanii dabarsanii kennaniiru.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

28 ከነረት ኔቡከድኔዘር አከነ ጄዼ፤ “ዋቀ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ እሰ ኤርገማሳ ኤርጌ ተጃጅልቶተሳ በራሬፍ ገለን ሃተኡ! እሳን እሰ አመነተኒ አጀጀ ሞቲ ድደኒ አከ ዋቀሳኒ መሌ ዋቆተ ብራ ህንተጃጅሌ ዮካን ህንዋቄፈትኔ ሉቡሳኒ ደበርሰኒ ኬነኒሩ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:28

Volg ons:

Advertensies


Advertensies