Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Innis itti dabalee,<<Ani garuu kunoo namoonni afur hiikamanii, miidhamni tokko utuu isaan irra hin ga'in ibidda keessa asii fi achi adeemuu isaanii nan arga; bifni isa afuraffaa immoo bifa ilma waaqayyolii in fakkaata>> jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Innis, “Ilaa! Ani namoota ibidda keessa deddeebiʼan afur nan arga; isaanis hin hidhamne; hin miidhamnes; inni afuraffaan immoo ilma waaqotaa fakkaata” jedheen.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 እንስ፣ “እላ! አን ነሞተ እብደ ኬሰ ዴዴብአን አፉር ነንአርገ፤ እሳንስ ህንህዸምኔ፤ ህንሚዸምኔስ፤ እን አፉረፋንሞ እልመ ዋቆታ ፈካተ” ጄዼን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:25

Volg ons:

Advertensies


Advertensies