Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Achumaanis namoonni sadan akkuma uffatanii jiranitti wayyaa isaanii, fiddoo isaanii, marata isaanii wajjin hidhamanii iddoo ibiddi itti boba'u keessatti in darbataman.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Kanaafuu namoonni kunneen akkuma wandaboo isaanii, fiddoo isaanii, marata isaanii kan mataatii fi uffata biraas uffatanitti hidhamanii boolla ibiddi keessaa balaliʼu sanatti darbataman.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 ከናፉ ነሞትን ኩኔን አኩመ ወንደቦሳኒ፣ ፍዶሳኒ፣ መረተሳኒ ከን መታቲፊ ኡፈተ ብራስ ኡፈተንት ህዸመኒ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡ ሰነት ደርበተመን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:21

Volg ons:

Advertensies


Advertensies