Daaniʼel 3:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 loltuu isaa keessaa warri humna caalan immoo Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo hidhanii iddoo ibiddi itti boba'u keessatti akka darbatan inni in ajaje. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 akka isaan Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo hidhanii boolla ibiddi keessaa bobaʼu sanatti darbataniif loltoota isaa keessaa jajjaboo tokko tokko ajaje. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አከ እሳን ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ህዸኒ ቦለ እብድ ኬሳ ቦበኡ ሰነት ደርበተኒፍ ሎልቶተሳ ኬሳ ጀጀቦ ቶኮ ቶኮ አጀጄ። Sien die hoofstuk |