Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Yommus Nebukadnezaar gar-malee dheekkamee, fuulli isaas Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegootti in geddarame; humna ibiddichaa isa dur gubu caalaa dachaa torba akka gubsiisan in abboome;

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Kana irratti Nebukadnezar akka malee aaree fuulli isaa Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagootti geeddarame. Akka ibiddi boollaa sunis hamma durii caalaa harka torba hoʼee finiinu ajaje;

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ከነረት ኔቡከድኔዘር አከ መሌ ኣሬ ፉልሳ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎት ጌደረሜ። አከ እብድ ቦላ ሱንስ ሀመ ዱሪ ጫላ ሀርከ ቶርበ ሆኤ ፍኒኑ አጀጄ፤

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:19

Volg ons:

Advertensies


Advertensies