Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Oolchuu yoo ta'e immoo, Waaqayyo keenya inni nuyi waaqessinu ibidda boba'aa keessaa nu oolchuu in danda'a, harka kee keessaas nu in oolcha, yaa mootii*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Yaa Mootii, nu yoo boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatamne, Waaqni nu isa tajaajillu sun nu oolchuu dandaʼa; harka keetii illee nu baasuu dandaʼa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ያ ሞቲ፣ ኑ ዮ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡት ደርበተምኔ፣ ዋቅን ኑ እሰ ተጃጅሉ ሱን ኑ ኦልቹ ደንደአ፤ ሀርከኬቲሌ ኑ ባሱ ደንደአ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:17

Volg ons:

Advertensies


Advertensies