Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 3:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Yaa mootii! Ati<<Namni hundinuu sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, sagalee mi'a garaa garaas yommuu dhaga'u bifa fakkeenya warqee irraa hojjetameef gombifamee haa sagadu*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Yaa mootii, ati akka namni kam iyyuu yommuu sagalee gaanfaa, ulullee, masiinqoo, kiraaraa, baganaa kan faaggaatii fi kan sirbaa dhagaʼu kam iyyuu addaan lafatti gombifamee fakkii warqee sanaaf sagaduu qabu seera baafteerta;

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ያ ሞቲ፣ አት አከ ነምን ከምዩ ዮሙ ሰገሌ ጋንፋ፣ ኡሉሌ፣ መሲንቆ፣ ክራራ፣ በገና ከን ፋጋቲፊ ከን ስርባ ዸገኡ ከምዩ አዳን ለፈት ጎምብፈሜ ፈኪ ወርቄ ሰናፍ ሰገዱ ቀቡ ሴረ ባፍቴርተ፤

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 3:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies