Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:48 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

48 Kana booddee mootichi Daani'elin nama guddaa godhee, kennaa gurguddaa baay'ees in kenneef; kutaa biyyaa isa Baabilon jedhamuu irratti bulchaa biyyaa isa godhe, beektota Baabilon hundumaa gara irraas isa in kaa'e*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

48 Ergasii mootichi Daaniʼeliif taayitaa guddaa kennee, kennaa akka malee baayʼees itti dhangalaase. Bulchaa guutummaa kutaalee biyyaa Baabilon isa godhee namoota Baabilon hunda irratti isa muude.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

48 ኤርገሲ ሞትች ዳንኤሊፍ ታይታ ጉዳ ኬኔ፣ ኬና አከ መሌ ባይኤስ እት ዸንገላሴ። ቡልቻ ጉቱማ ኩታሌ ብያ ባብሎን እሰ ጎዼ ነሞተ ባብሎን ሁንደረት እሰ ሙዴ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:48

Volg ons:

Advertensies


Advertensies