Daaniʼel 2:47 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo47 mootichis Daani'eliin,<<Erga ati dhoksaa kana mul'isuu dandeesse,<<Waaqayyo keessan dhuguma waaqayyolii irratti Waaqayyoo dha, mootota irrattis gooftaa dha, wanta dhokataa hundumaas isa mul'isuu dha?>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa47 Mootichis Daaniʼeliin, “Ati dhoksaa kana mulʼisuu dandeesseertaatii dhugumaan Waaqni kee Waaqa waaqotaatii fi Gooftaa moototaa kan dhoksaa mulʼisuu dha” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ47 ሞትችስ ዳንኤሊን፣ “አት ዾክሳ ከነ ሙልእሱ ደንዴሴርታቲ ዹጉማን ዋቅንኬ ዋቀ ዋቆታቲፊ ጎፍታ ሞቶታ ከን ዾክሳ ሙልእሱዸ” ጄዼ። Sien die hoofstuk |