Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:41 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

41 <<Akkuma abjuu keetiin jilba fakkeenyichaa gadii fi qubbeetii miilla isaa gar-tokko sibiila, gar-tokko immoo dhoqqee suphee argites, mootummichi gargar hiramaa in ta'a; haa ta'u iyyuu malee, sibiilli suphee wajjin walitti makamuu isaa akkuma argite, jabeenyi sibiilaa muraasi keessa jira.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

41 Akkuma ati akka faannii fi qubni miilla isaa gartokko suphee, gartokko immoo sibiila taʼe argite sana mootummaan kun mootummaa gargar qoodame taʼa; taʼus inni akkuma sibiila gartokkeen isaa supheedhaan makame kan ati argite sanaa jabina sibiilaa of keessaa ni qabaata.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

41 አኩመ አት አከ ፋኒፊ ቁብን ሚለሳ ገርቶኮ ሱጴ፣ ገርቶኮሞ ስቢለ ተኤ አርግቴ ሰነ ሞቱማን ኩን ሞቱማ ገርገር ቆደሜ ተአ፤ ተኡስ እን አኩመ ስቢለ ገርቶኬንሳ ሱጴዻን መከሜ ከን አት አርግቴ ሰና ጀብነ ስቢላ ኦፍ ኬሳ ንቀባተ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:41

Volg ons:

Advertensies


Advertensies