Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:40 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

40 Mootummaan afuraffaan tokkos inni akka sibiilaa jabaatu as in ba'a; akkuma sibiilli waan hundumaa caccabsee hurreessu, egaa akkuma sibiilli waan halle hunkuteessu, innis isaan kana hundumaa caccabsee in hunkuteessa.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

40 Dhuma irrattis mootummaan afuraffaan akkuma sibiilaa jabaa taʼe tokko ni kaʼa; sibiilli waan hunda caccabsee bulleessaatii; mootummaan kunis akkuma sibiilli waan hunda caccabsee balleessu sana mootummoota isa duraan turan hunda caccabsee ni bulleessa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

40 ዹመረትስ ሞቱማን አፉረፋን አኩመ ስቢላ ጀባ ተኤ ቶኮ ንከአ፤ ስቢል ዋን ሁንደ ጨጨብሴ ቡሌሳቲ፤ ሞቱማን ኩንስ አኩመ ስቢል ዋን ሁንደ ጨጨብሴ በሌሱ ሰነ ሞቱሞተ እሰ ዱራን ቱረን ሁንደ ጨጨብሴ ንቡሌሰ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:40

Volg ons:

Advertensies


Advertensies