Daaniʼel 2:39 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 <<Si booddeedhaan mootummaan kan keetii gadii in ka'a, sadaffaan inni sibiila diimaatti fakkeeffame tokkos lafa hundumaa in seerrata. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 “Siʼiin duuba mootummaan mootummaa keetii gadii biraa tokko ni kaʼa. Itti aansee mootummaan Naasii sadaffaan kan tokko guutummaa lafaa ni bulcha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 “ስኢን ዱበ ሞቱማን ሞቱማኬቲ ገዲ ብራ ቶኮ ንከአ። እት ኣንሴ ሞቱማን ናሲ ሰደፋን ከን ቶኮ ጉቱማ ለፋ ንቡልቸ። Sien die hoofstuk |