Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

30 Anatti immoo sababii ani nama jiru hundumaa caalaatti ogummaa qabaadheef miti, garuu hiikaan abjichaa si mootichatti akka beeksifamuuf, yaada isa ati garaa keetti itti rakkatte sana akka hubattuuf dhoksaan kun anatti mul'ifame*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

30 Yaa mootii, akka kootti sababiin icciitiin kun natti mulʼateef ani namoota jiraatoo kaan caalaa ogummaa qabaadheef utuu hin taʼin, akka ati hiikkaa isaa beektee waan yaada kee keessa jiru hubattuuf.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

30 ያ ሞቲ፣ አከኮት ሰበቢን እጪቲን ኩን ነት ሙልአቴፍ አን ነሞተ ጅራቶ ካን ጫላ ኦጉማ ቀባዼፍ ኡቱ ህንተእን፣ አከ አት ሂካሳ ቤክቴ ዋን ያደኬ ኬሰ ጅሩ ሁበቱፍ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:30

Volg ons:

Advertensies


Advertensies