Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 Ergasii Daani'el Ariiyok isa mootichi beektota Baabilon akka balleessuuf ajaje biratti ol galee, itti dhi'aatees,<<Beektota Baabilon hin balleessin, gara mootichaatti ol na galchi, ani immoo hiikaa abjuu isaa mootichatti nan hima!>> jedheen.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 Daaniʼelis Ariyook isa mootichi akka inni ogeeyyii Baabilon ajjeesuuf ajaje sana bira deemee, “Ati ogeeyyii Baabilon hin ajjeesin. Mooticha biratti na geessi; ani abjuu isaa nan hiikaaf” jedheen.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 ዳንኤልስ አርዮክ እሰ ሞትች አከ እን ኦጌዪ ባብሎን አጄሱፍ አጀጄ ሰነ ብረ ዴሜ፣ “አት ኦጌዪ ባብሎን ህንአጄስን። ሞትቸ ብረት ነ ጌስ፤ አን አብጁሳ ነንሂካፍ” ጄዼን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:24

Volg ons:

Advertensies


Advertensies