Daaniʼel 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Mootichi kana booddee warri ayyaana hedan,<<Beekaa>> warri jedhaman, warri qoricha namatti godhan akkasumas Kaldoota keessaa warri dubbii dhokataa hiikuutti beekaman waamamanii abjuu isaa akka itti himan in abboome; warri waamaman ol galanii mooticha dura yommuu ijaajjan, Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Kanaafuu mootichi akka isaan abjuu inni abjoote sana itti himaniif tolchitoota, mortoota, falfaltootaa fi warra urjii ilaalan waamsise; isaanis ol galanii fuula isaa dura dhadhaabatan; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ከናፉ ሞትች አከ እሳን አብጁ እን አብጆቴ ሰነ እት ህመኒፍ ቶልችቶተ፣ ሞርቶተ፣ ፈልፈልቶታፊ ወረ ኡርጂ እላለን ዋምስሴ፤ እሳንስ ኦል ገለኒ ፉለሳ ዱረ ዸዻበተን፤ Sien die hoofstuk |