Daaniʼel 2:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kana booddee Daani'el mana isaatti galee dubbicha hiriyoota isaa Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaatti beeksise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Ergasii Daaniʼel gara mana isaatti deebiʼee waan sana michoota isaa Hanaaniyaatti, Miisaaʼelii fi Azariyaatti hime. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኤርገሲ ዳንኤል ገረ መነሳት ዴብኤ ዋን ሰነ ምቾተሳ ሀናንያት፣ ሚሳኤሊፊ አዘርያት ህሜ። Sien die hoofstuk |