Daaniʼel 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Yeroo Ariiyok angafni eegdota mootichaa, beektota biyya Baabilon ajjeesuuf ba'etti, Daani'el dubbii isaa akeekkatee gargar baasuudhaan itti dhi'aatee, Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Yommuu Ariyook itti gaafatamaan eegumsa mootichaa namoota Baabilon ogeeyyii ajjeesuuf baʼetti, Daaniʼel ogummaa fi malaan isa haasofsiise. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዮሙ አርዮክ እት ጋፈተማን ኤጉምሰ ሞትቻ ነሞተ ባብሎን ኦጌዪ አጄሱፍ በኤት፣ ዳንኤል ኦጉማፊ መላን እሰ ሃሶፍሲሴ። Sien die hoofstuk |