Daaniʼel 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Dubbiin mootichi gaafate rakkisaa dha, waaqayyolii warra iddoon jireenya isaanii warra foon uffate keessa hin ta'in malee, namni tokko illee kana mootichatti beeksisuu hin danda'u>> jedhan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Wanni mootichi gaafate akka malee rakkisaa dha. Waaqota malee namni tokko iyyuu waan kana mootichaaf ibsuu hin dandaʼu; isaan immoo namoota gidduu hin jiraatan.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ወን ሞትች ጋፈቴ አከ መሌ ረክሳዸ። ዋቆተ መሌ ነምን ቶኮዩ ዋን ከነ ሞትቻፍ እብሱ ህንደንደኡ፤ እሳንሞ ነሞተ ግዱ ህንጅራተን።” Sien die hoofstuk |