Daaniʼel 2:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Bara mootummaa Nebukadnezaar waggaa lammaffaatti, mootichi ofii isaatii abjuu abju'ate; kana irratti yaadni isaa baay'ee waan raafameef, hirribni isa irraa in bade. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Nebukadnezar bara mootummaa isaa keessa, waggaa lammaffaatti abjuu abjoote; hafuurri isaa jeeqamee hirribas rafuu dadhabe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኔቡከድኔዘር በረ ሞቱማሳ ኬሰ፣ ወጋ ለመፋት አብጁ አብጆቴ፤ ሀፉርሳ ጄቀሜ ህርበስ ረፉ ደዸቤ። Sien die hoofstuk |