Daaniʼel 12:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Ani kana nan dhaga'e, garuu hin hubanne; kanaaf,<<Yaa gooftaa ko, dhumni wanta kanaa maali?>> nan jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Anis nan dhagaʼe; garuu hin hubanne. Kanaafuu ani, “Yaa gooftaa ko, dhumni waan kana hundaa maal taʼa?” jedheen gaafadhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አንስ ነንዸገኤ፤ ገሩ ህንሁበትኔ። ከናፉ አን፣ “ያ ጎፍታኮ፣ ዹምን ዋን ከነ ሁንዳ ማል ተአ?” ጄዼን ጋፈዼ። Sien die hoofstuk |