Daaniʼel 12:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Tokkos isa uffata quncee talbaa uffatee, bishaan lagichaa gara irraa ture sanaan,<<Wanti dinqisiisaan kun dhumuun isaa hamma yoomiitti tura?>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isaan keessaa tokko namicha uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatee bishaanota lagaatii ol jiruun, “Waantonni dinqii kunneen raawwatamuuf yeroo hammamtu hafa?” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሳን ኬሳ ቶኮ ነምቸ ኡፈተ ቁንጬ ተልባራ ሆጄተሜ ኡፈቴ ብሻኖተ ለጋቲ ኦል ጅሩን፣ “ዋንቶትን ድንቂ ኩኔን ራወተሙፍ ዬሮ ሀመምቱ ሀፈ?” ጄዼ። Sien die hoofstuk |