Daaniʼel 12:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ati garuu Daani'el, hamma bara isa dhumaa sanatti dubbicha cufii, macaafichattis mallattoo godhii kaa'i! Baay'een isa bira ga'uudhaaf in dhama'u, beekumsis baay'achuuf jira>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yaa Daaniʼel, ati garuu hamma bara dhumaatti dubbii kitaaba maramaa cufiitii chaappessi. Namoonni baayʼeen beekumsa dabalachuuf asii fi achi fiigu.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ያ ዳንኤል፣ አት ገሩ ሀመ በረ ዹማት ዱቢ ክታበ መረማ ጩፊቲ ቻፔስ። ነሞትን ባይኤን ቤኩምሰ ደበለቹፍ አሲፊ አች ፊጉ።” Sien die hoofstuk |