Daaniʼel 12:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Warra obbaafatanii garaa lafaa keessa rafan keessaas baay'een dammaqanii, kaan jireenya bara baraaf, kaanis yeelloo jibbisiisaa bara baraaf in ka'u*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Warri biyyoo lafaa jala ciciisan baayʼeen ni kaʼu: Gariin jireenya bara baraatiif, kaan immoo qaanii fi salphina bara baraatiif kaʼu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ወር ብዮ ለፋ ጀለ ጭጪሰን ባይኤን ንከኡ፦ ገሪን ጅሬኘ በረ በራቲፍ፣ ካንሞ ቃኒፊ ሰልጵነ በረ በራቲፍ ከኡ። Sien die hoofstuk |