Daaniʼel 11:44 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 Oduun inni ba'a-biiftuutii fi gara bitaatii dhaga'u isa in naasisa; inni namoota baay'ee fixuudhaaf, lafa irraas balleessuudhaaf aarii guddaadhaan in ba'a. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 Garuu oduun baʼaa fi kaabaa dhufu isa sodaachisa; inni namoota baayʼee balleessuu fi fixuuf aarii guddaadhaan ni baʼa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 ገሩ ኦዱን በኣፊ ካባ ዹፉ እሰ ሶዳችሰ፤ እን ነሞተ ባይኤ በሌሱፊ ፍጡፍ ኣሪ ጉዳዻን ንበአ። Sien die hoofstuk |