Daaniʼel 11:31 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Loltoonni isa biraa dhufanii dhaabatan immoo mana qulqullummaa, masaraa naannoo isaas in xureessu; aarsaan walitti fufee aarfamus akka balleeffamu in godhu; wanta jibbisiisaa nama rifachiisu sana achi in kaa'u*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 “Humni loltoota isaas dallaa mana qulqullummaa jabaa sana xureessuuf ni kaʼa; aarsaa guyyaa guyyaas ni hambisa. Ergasiis isaan xuraaʼummaa badiisa fidu tokko dhaabu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 “ሁምን ሎልቶተሳስ ደላ መነ ቁልቁሉማ ጀባ ሰነ ጡሬሱፍ ንከአ፤ ኣርሳ ጉያ ጉያስ ንሀምብሰ። ኤርገሲስ እሳን ጡራኡማ በዲሰ ፍዱ ቶኮ ዻቡ። Sien die hoofstuk |