Daaniʼel 11:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Warri isaa wajjin nyaata ba'eessa nyaatan iyyuu isa in balleessu; loltuun isaa in haxaa'amu, baay'een isaaniis waraanamanii in kukkufu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Warri maaddii mootichaa irraa nyaachaa turan isa balleessuu yaalu; loltoonni isaa ni barbadaaʼu; baayʼeen isaaniis waraana keessatti dhumu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ወር ማዲ ሞትቻራ ኛቻ ቱረን እሰ በሌሱ ያሉ፤ ሎልቶትንሳ ንበርበዳኡ፤ ባይኤንሳኒስ ወራነ ኬሰት ዹሙ። Sien die hoofstuk |