Daaniʼel 11:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Iddoo isaa immoo mootiin tokko in ka'a; innis nama ulfina mootummaa isaatiin giddisiisee gibira fuudhu biyya keessa in adeemsisa; mootichi guyyaa muraasa keessatti in balleeffama, garuu aariidhaan yookiis lola keessatti miti>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 “Namni iddoo isaa buʼu ulfina mootummaa eegsisuuf warra gibira walitti qaban ni erga. Taʼus inni utuu aariidhaan yookaan waraanaan hin taʼin yeroo gabaabaa keessatti bada. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 “ነምን እዶሳ ቡኡ ኡልፍነ ሞቱማ ኤግስሱፍ ወረ ግብረ ወልት ቀበን ንኤርገ። ተኡስ እን ኡቱ ኣሪዻን ዮካን ወራናን ህንተእን ዬሮ ገባባ ኬሰት በደ። Sien die hoofstuk |