Daaniʼel 11:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Inni itti dhufu sun akka isatti tolu in hojjeta, namni ittiin qabuudhaaf isa dura dhaabatus hin jiru; inni biyya Waaqayyo ulfinaan guute keessa iyyuu in ejjeta, harki isaas garuma adeemutti in balleessa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Inni itti duule sun waanuma fedhe hojjeta; namni tokko iyyuu of irraa isa deebisuu hin dandaʼu. Inni Biyya Bareedduu sana keessa jabaatee dhaabata; ishee balleessuufis humna qabaata. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እን እት ዱሌ ሱን ዋኑመ ፌዼ ሆጄተ፤ ነምን ቶኮዩ ኦፍራ እሰ ዴብሱ ህንደንደኡ። እን ብየ በሬዱ ሰነ ኬሰ ጀባቴ ዻበተ፤ እሼ በሌሱፍስ ሁምነ ቀባተ። Sien die hoofstuk |