Daaniʼel 11:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Mootiin biyya gara bitaas in dhufa, mandara masaraa qabus in marsa, koobii itti tuuluudhaanis in qabata; humni biyya gara mirgaas isa dura hin dhaabatu, loltoonni warri fo'aman iyyuu isa dura dhaabachuudhaaf humna hin qaban. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Ergasii mootiin Kaabaa dhufee tuulaa biyyoo hojjetee magaalaa dallaadhaan marfamte ni qabata. Humnoonni waraana Kibbaas of irraa deebisuuf humna ni dhabu; loltoonni isaanii jajjaboon iyyuu isaan dura dhaabachuuf humna dhabu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኤርገሲ ሞቲን ካባ ዹፌ ቱላ ብዮ ሆጄቴ መጋላ ደላዻን መርፈምቴ ንቀበተ። ሁምኖትን ወራነ ክባስ ኦፍራ ዴብሱፍ ሁምነ ንዸቡ፤ ሎልቶትንሳኒ ጀጀቦንዩ እሳን ዱረ ዻበቹፍ ሁምነ ዸቡ። Sien die hoofstuk |