Daaniʼel 10:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Kana hundumaa keessatti Mikaa'el ergamaa guddaa isa isiniif dhaabatu malee, tokko illee kan anaa wajjin jabaatee dhaabatu hin jiru! Haa ta'u iyyuu malee, ani wanta macaafa isa dhugaan keessatti argamutti caafame sitti nan hima>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 garuu ani duraan dursee waan Kitaaba Dhugaa keessatti barreeffame sittin hima. Isaan loluufis Miikaaʼel hangafticha keessan malee kan na gargaaru kan biraa hin jiru. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ገሩ አን ዱራን ዱርሴ ዋን ክታበ ዹጋ ኬሰት በሬፈሜ ስትን ህመ። እሳን ሎሉፍስ ሚካኤል ሀንገፍትቸኬሰን መሌ ከን ነ ገርጋሩ ከን ብራ ህንጅሩ። Sien die hoofstuk |