Daaniʼel 10:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 mul'atichi guyyoota si'achi dhufuuf jiran waan ilaaluuf, guyyaa gara booddeetti saba keetti waan dhufuuf jiru si hubachiisuudhaaf nan dhufe>> naan jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ani amma waan gara fuula duraatti saba kee irra gaʼuuf jiru sitti himuuf dhufeera; mulʼanni sun waan yeroon isaa amma illee hin gaʼin argisiisaatii.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን አመ ዋን ገረ ፉለ ዱራት ሰበኬረ ገኡፍ ጅሩ ስት ህሙፍ ዹፌረ፤ ሙልአትን ሱን ዋን ዬሮንሳ አመሌ ህንገእን አርግሲሳቲ።” Sien die hoofstuk |