Daaniʼel 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo immoo Daani'el faara tolaadhaa fi gara-laafina angaficha irraa akka argatu godhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waaqnis yeroo kanatti akka Daaniʼel fuula qondaala sanaa duratti surraa fi gara laafina argatu godhe; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋቅንስ ዬሮ ከነት አከ ዳንኤል ፉለ ቆንዳለ ሰና ዱረት ሱራፊ ገረ ላፍነ አርገቱ ጎዼ፤ Sien die hoofstuk |