Daaniʼel 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo gooftaan yommus Yehoyaaqiim mootiin biyya Yihudaa, qodaa mana qulqullummaa keessaas gar-tokko harka mootii Baabilonitti akka kennamu in godhe; mootiin Baabilonis warra booji'e biyya isaa isa <<Shiinaar>> jedhamee beekametti geessee, mana waaqayyolii isaatti isaan galche; qodaa sanas lafa qabeenyi waaqayyolii isaatii taa'u in kaa'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Gooftaanis Yehooyaaqiim mooticha Yihuudaa miʼoota mana qulqullummaa Waaqaa tokko tokko wajjin dabarsee harka isaatti kenne. Miʼoota kanneenis gara mana Waaqa isaa, gara Baabilonitti geeffatee mankuusaa mana Waaqa isaa keessa kaaʼate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ጎፍታንስ ዬሆያቂም ሞትቸ ይሁዳ ምኦተ መነ ቁልቁሉማ ዋቃ ቶኮ ቶኮ ወጅን ደበርሴ ሀርከሳት ኬኔ። ምኦተ ከኔንስ ገረ መነ ዋቀሳ፣ ገረ ባብሎንት ጌፈቴ መንኩሳ መነ ዋቀሳ ኬሰ ካአቴ። Sien die hoofstuk |