Daaniʼel 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yommus mootichi isaanii wajjin dudubbatee hunduma isaanii keessaas kan akka Daani'el, Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaa hin argamne; akkasitti isaan mooticha duratti hojiidhaaf in fudhataman. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Mootichis isaan haasofsiise; innis nama Daaniʼeliin, Hanaaniyaan, Miishaaʼeelii fi Azaariyaan qixxaatu tokko illee hin arganne; kanaafuu isaan hojii mootichaa jalqaban. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ሞትችስ እሳን ሃሶፍሲሴ፤ እንስ ነመ ዳንኤሊን፣ ሀናንያን፣ ሚሻኤሊፊ አዛርያን ቅጣቱ ቶኮሌ ህንአርገትኔ፤ ከናፉ እሳን ሆጂ ሞትቻ ጀልቀበን። Sien die hoofstuk |