Daaniʼel 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Waaqayyo yommus dargaggoota arfan kanaaf beekumsa caaffatootaa fi ogummaa hundumaa fi hubannaa isaaniif kenne; Daani'el immoo mul'ataa fi abjuu hiikuuf kennaa in argate*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Waaqnis dargaggoota afran kanneeniif barumsaa fi ogummaa hunda keessatti beekumsaa fi dandeetii kenneef. Daaniʼelis mulʼataa fi abjuu hunda hubachuu dandaʼa ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ዋቅንስ ደርገጎተ አፍረን ከኔኒፍ በሩምሳፊ ኦጉማ ሁንደ ኬሰት ቤኩምሳፊ ደንዴቲ ኬኔፍ። ዳንኤልስ ሙልአታፊ አብጁ ሁንደ ሁበቹ ደንደአ ቱሬ። Sien die hoofstuk |