Daaniʼel 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Guyyaa kudhan booddee bifni isaanii, gabbinni isaaniis kan dargaggoota warra nyaata mootii nyaatanii caalee argame. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Dhuma bultii kurnan sanaattis isaan dargaggoota nyaata mootii nyaatan sana caalaa fayyaaleyyii fi warra dhagni isaanii furdatee miidhage taʼanii argaman. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ዹመ ቡልቲ ኩርነን ሰናትስ እሳን ደርገጎተ ኛተ ሞቲ ኛተን ሰነ ጫላ ፈያሌዪፊ ወረ ዸግንሳኒ ፉርደቴ ሚዸጌ ተአኒ አርገመን። Sien die hoofstuk |